Barumsa_Ibsa_Macaafa_Qulqulluu Kutaa_3ffaa Baroota_Uumama_Irraa_Eegalee_Hamma_Kakuu_Moofaatti_Jiru Dheerina baroota kutaawwan baraa gidduu jiranii irratti hayyoonni yaada addaa addaa dhiyeessu. Fakkeenyaaf:➨Lafti kun erga uumamtee waggaan biiliyoonni lakkaawameera kan jedhan ni jiru.➨Umuriin dachee kanaa waggaa 5800 kan jedhan ni jiru.➨Kaan ammo Addaam irraa eegalee hamma Kiristoositti:➤ Waggaa 5550 jedhu.➤ Waggaa 10,0000 jedhu.➤Waggaa 8000 jedhu. ➨Qorattoonni dhiyeenyaa ammo Kiristoos dura lafti kunContinue reading

Design a site like this with WordPress.com
Get started